1/4
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) screenshot 0
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) screenshot 1
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) screenshot 2
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) screenshot 3
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) Icon

Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

sammubani
Trustable Ranking IconVertrauenswürdig
1K+Downloads
6MBGröße
Android Version Icon4.0.3 - 4.0.4+
Android-Version
16.03(21-10-2020)Letzte Version
-
(0 Bewertungen)
Age ratingPEGI-3
Herunterladen
DetailsBewertungenVersionenInfo
1/4

Beschreibung von Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

Maqaan duraa Aplikeeshinii kana "Jireenya Badhaatu" dha. Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhama’uu fi raata’uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade, afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha. Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban, kaayyoon ilma namaa maal akka ta'e fi dukkana keessaa ifatti akkamitti akka bahan tooftaa fi furmaata sirriitti fayyadamuun karaa namatti akeeka. "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi. Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, wanta isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha, haqa akka hin argine nama taasisa. Kanaafu, haqa arguuf sammuu fi ija bani, nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.

Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta’a. Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:

-Barruulee mallattoo ‘Save’ tuquun boodarra “Barruu olkaa’ame” keessaa offline dubbisuu

-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu

-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa “Search” keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu

-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (share gochuu) fi kan biroo

Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha. Wanta itti dabalamuu fi irraa hir’itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.

Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa.


Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) – Version 16.03

(21-10-2020)
Weitere Versionen
Was ist neuConverting sammubani.com to app

Es gibt noch keine Bewertungen oder Beurteilungen! Um die erste zu hinterlassen, installiere bitte

-
0 Reviews
5
4
3
2
1

Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) – APK Informationen

APK Version: 16.03Paket: mobi.androapp.sammubani.c6937
Kompatibilität zu Android: 4.0.3 - 4.0.4+ (Ice Cream Sandwich)
Entwickler:sammubaniDatenschutzrichtlinie:https://www.sammubani.com/privacy-policyBerechtigungen:11
Name: Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)Größe: 6 MBDownloads: 30Version : 16.03Erscheinungsdatum: 2021-04-18 23:57:53Min. Bildschirmgröße: SMALLUnterstützte CPU:
Paket-ID: mobi.androapp.sammubani.c6937SHA1 Signatur: 33:62:2E:73:C6:FA:71:48:94:DB:47:40:8D:EE:07:20:29:4A:2D:85Entwickler (CN): Genius FoolsOrganisation (O): PuzzlersWorldOrt (L): BangaloreLand (C): 91Bundesland/Stadt (ST): KarnatakaPaket-ID: mobi.androapp.sammubani.c6937SHA1 Signatur: 33:62:2E:73:C6:FA:71:48:94:DB:47:40:8D:EE:07:20:29:4A:2D:85Entwickler (CN): Genius FoolsOrganisation (O): PuzzlersWorldOrt (L): BangaloreLand (C): 91Bundesland/Stadt (ST): Karnataka

Neueste Version von Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

16.03Trust Icon Versions
21/10/2020
30 Downloads6 MB Größe
Herunterladen
appcoins-gift
Bonus-SpieleGewinne noch mehr Belohnungen!
mehr